Dhaabni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO ... nagaa deebiisiinnaa jedhamee kan abdatamee ture yoo ta'u, amma ammoo finxaaleeyyiin Faannoo naannawichatti izii haaraa hundeessuu himan.
Dhaabbilee magaalaa Finfinneetti argaman 20,000 keessaa ulaagaa balaa dandamachuu kan danda'an 42 qofaa akka ta'an Komishiniin Hoggansa Hojii Balaa fi Sodaa Ibiddaa Finfinnee ibse. Ittaanaan ...