Dhaabni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)n ''hidhattoonni Faannoo Wallaggatti Izii akka ijaaran kan aanjesse dhaaba Badhaadhinaatii,'' jechuun himate. Dhaabichi ibsa Jimaata Mudde 20, 2024 baaseen ...
Yeroo ammaa Sooriyaa kan of harkaa qabu hogganaan finciltootaa Ahimad al-Shaaraan biyyisaanii waraanaan waan dadhabdeefuu, ollaa isheefis ta'e biyyoota lixaatiif yaaddoo akka hin taane dubbatan ...